Garbaasi

Filatamoo garbaasa.Garee walxaxaa keessatti tarjaawwan ykn tarreewwan xumura irratti dabalaman garee keessaa ni haaqamu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Deetaa - Gurmuuf Toorii - Garbaasi filadhu

+F12

Kabalaa Meeshaalee irra

Sajoocuqaasi

Garbaasi


kaka'uumsala kanaaf

Tarreewwaan

Garee keessaa tarreewwan filataman haaqa.

Tarjaawwan

Garee keessaa tarjaawwan filataman haaqa.