Jijjiramoota Mul'isi
Shows or hides recorded changes.
You can change the display properties of the markup elements by choosing LibreOfficeDev Writer - Changes in the Options dialog box.LibreOfficeDev Calc - Changes in the Options dialog box.
Galmee keessatti yeroo qaree hantuutee jijjiirraa jijqeeqata irra qubachiistu, Qacceen barreessaa akkasumas baraa fi sa'aatii jijjiirraan uume agarsiisa. Yoo Qacceewwan baay'atan kakaasaman, gosni jijjirraa fi yaadootni milteessaman kamiyyuu dabalataan ni agarsiifamu.
Jijjiiramoota wardii keessaa mul'isi
Jijjiiramoota galme keessaa mul'isi ykn dhoksa.
Jijjiiramoota wardii fudhatame mul'isi
Jijjiiramoota fudhataman mul'isi ykn dhoksa.
Show rejected changes
Jijjiramoota kan gatamee ture mul'isa ykn dhoksa.